Angels at the Tomb
Easter·25 of 29Clip 25 of 29
Angels at the Tomb
The sun rises the Sunday after the Sabbath. The women return with spices they had prepared. But when they get close, they see the rock has been moved. Jesus's body is gone. The linens He was wrapped in still lay there, though. Two angels appear and the women bow. They ask why the women look for someone living in the place of the dead. The angels state that Jesus has risen.
QuestionsRelated Questions
Ask yoursBible Quotes
ShareGuyyaa Dilbataa barii halkaniin dubartooti sun uddowaa qopheessiteertu qabattee gara boolla awwaalaa dhaxxe. Dhakaan afaan boolla awwaalaa irraa gangalfameeruun dhaggane. Boolla awwaalaa keessa yennaa seenane ammoo, reeffa Goottaa Yesuusii hin dhaggine. Isaan waan kana mamiisatti jiranuun, nami lamaan woyaa caccalaqqittu uffatee dedhuma cinaa isaanii dhaabbate. Dubartooti guddoo sodaatanee gad lafa ilaalane; namooti sun ammoo, «Maaf jiraataa worra du'eeru odduu barbaaddan? Inni as hin jiru, ka'eera. Galiilaa adoo jiruu waan inni isinitti hime qaabadha'a! ‹Ilmi namaa harka cubbaalleyyi'iititti kennamee, fannifamee, guyyaa sadeesso'ootitti du'aa ka'uu male› jedhe» jedhaneen.
KITAABA WOYYICHA
The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia
Read more...
