Burial of Jesus
Easter·24 of 29Clip 24 of 29
Burial of Jesus
Joseph of Arimathea asks Pontius Pilate for permission to bury Jesus in a tomb. He receives permission. He and a servant carry the body into the tomb and lay it down on a rocky shelf. Joseph covers the exposed, bloody foot of Jesus and sprinkles dirt on Him.
QuestionsRelated Questions
Ask yoursBible Quotes
ShareNamichi dansa'aa fi balchaan, ka mootummaa Waaqaa eeggatiisatti jiru, ka biyya Yihudootaa qachaa Armaatiya'aa keessaa dhufe, ka Yoseef jedhamu tokko jira. Inni miseensa kora murti'ii te'ulle mura'aa fi hujii isaaniititti wolii hin galin ture. Inni gara Philaaxoosii dhaqee reeffa Yesuusii gaafate. Achiin duuba reeffa gad buusee woyaa qoolaan maree, boolla awwaalaa ka dhakaa keessatti bocamee qophoweeru, ka nami ijjumaa itti hin awwaalamin keessatti awwaale. Guyyaan sun guyyaa Qophi'ii ti, Sanbatille seeniisaaf dhikaateera. Dubartooti Galiilaa irraa Yesuus woliin dhufane, Yoseef faana deemanee addee awwaalaatii fi akka reeffi Yesuusii itti awwaalame dhaggane. Achiin duuba gara manaa deebi'anee uddowa'aa fi fiqiree qopheessane. Guyyaa Sanbataa akka Seerri ajajutti foorfatane.
KITAABA WOYYICHA
The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia
Read more...
