Jesus Feeds 5,000
Jesus Feeds 5,000
Jesus and the disciples continue to walk the countryside. And a great crowd follows them. Peter comes and asks Jesus to send the people away. He wants them to find food and a place to stay with local farmers and villagers. Jesus looks back out over the crowd of people. They want to hear from Jesus and have sacrificed to be there. Jesus considers this and tells the disciples to feed the people. Mary Magdalene points out that they only have a few loaves of bread and two fish. Jesus takes the baskets and proclaims to the heavens and the people, "Blessed is the Lord God, King of the Universe who brings forth bread from the earth."
QuestionsRelated Questions
Ask yoursBible Quotes
ShareYennaa latti galgalootte, barattooti kudhanii lamaan gara Yesuusii dhufanee, «Addeen nuuti jirru tun lafa qoommii waan teeteef, gara olla'aa fi oorruu adaala kanaa dhaqanee waan nyaatanuu fi addee buli'ii akka barbaadatanu kolbaa tana gad lakkisi» jedhane. Yesuus ammoo, «Isinuu waan isaan nyaatanu kenna'aaf» isaaniin jedhe. Isaan ammoo, «Yoo dhandhee sagalee kolbaa tana duudi'iif geettu binne malee, nuuti daabboo xaltaa shanii fi qurxummii lama qofa qanna» jedhane. Dhiirti gara kuma shanii achi jirtiiyyu. Yesuus barattoota ifiitiin, «Akka namooti cinna shantama shantamaan tee'anu tolcha'a» jedhe. Barattooti akkuma inni jedhe nama maraa teessisane.
KITAABA WOYYICHA
The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia
Read more...