JESUS·36 of 61

Jesus Weeps Over Jerusalem

Jesus, His disciples, and a large crowd of followers approach Jerusalem. When it's in sight, Jesus stops and looks out over it. He talks of how Jerusalem could not see and understand a path to peace.

Ask yours

Bible Quotes

Share
Wongeela Luqaasii 19:41-44

Yesuus itti dhikaatee qachaa Yerusaalemii yennaa dhagge, boweefii, «Adhumalle waan nageya si'ii fidu adoo beettee jiraattaa! Amma ammoo ila teeti duraa dhokateera! Guyyooti diinoti keeti dalleya marsanee sitti ijaaranee, si marsanee, karaa maraan sitti cufanu hin dhufa. Bara Waaqi itti si fayyisiisaaf dhufe waan hin beenneef, si'ii fi ijoollee teeti ta dalleya keeti keessa jirtu ijjumaa hin balleessan. Dhakaa tokkochalle wol irratti si'iif hin lakkisanu» jedhe.

KITAABA WOYYICHA

The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia

Read more...
Free Resources

Want to understand the Bible more deeply?

Join our Bible study
JesusFilm