Parable of the Sower and the Seed
JESUS·17 of 61Clip 17 of 61
Parable of the Sower and the Seed
The crowds press in on Jesus as He walks and teaches. He tells a parable of someone sowing seeds of grain in a field. The seed falls in a number of places, each representing something to the crowd. A disciple asks Jesus why He speaks in parables. Jesus explains the parable to the disciples. The seed that's scattered is the Word of God.
QuestionsRelated Questions
Ask yoursBible Quotes
ShareYennaa gumiin hedduun qachaa adda addaatii Yesuus biratti wolitti qabante, inni itti mammaakee: «Namichi tokko sanyii facaasiisaaf baye. Adoo inni facaasuu sanyiin gariin irga kara'aa buutee, irra ijjatante; sinbirrootille qocattee nyaate. Sanyiin dhibiin lafa dhakittii irra buutee, yennaa mudhiisa jalqadde, biyyeen jiidha waan hin qanneef godde. Sanyiin dhibiin qoree keessa buutee, qoreen woliin guddattee huute. Sanyiin gariin biyyee dansaa keessa buute; lattee guddattee, tokkoon tokkoon isi'ii midhaan dachaa dhibba buutte» jedhe. Yesuus yennaa dubbii tana dubbatee fixe, «Gurra dhage'u ka qabu dhage'uuti!» jedhe. Barattooti Yesuusii hiikkaa mammaassa kanaa isa gaafatane. Inni deebisee, «Dhossaa mootummaa Waaqaa akka beettanu isiniif kennanteerti; worra kaaniif ammoo adoo ilaalanuu akka hin dhaggine, adoo dhagganuu akka hin hubanne, mammaassaan kennanti. «Hiikkaan mammaassaa kunoo kana: Sanyiin dubbii Waaqaa ti. Sanyiin karaa irga buute, worra dubbii Waaqaa dhage'ee, durriisi ammoo dhufee akka isaan dhugeeffatanee ittiin hin fayyine, dubbii san gadhaa isaanii keessaa fudhatu. Sanyiin lafa dhakittii irra buute, worra dubbii Waaqaa dhage'ee gammadaan fudhatu. Ammoo hidda waan hin qanneef, yennaa qofaaf dhugeeffatan; yennaan haga ilaalichaa yoo dhutte ammoo hin jigan. Sanyiin qoree keessa buute, worra dhage'u; akkuma bulanee oolanuun ammoo yaaddoon, karraa fi gammachuun jiruu lafa tanaa isaan huutee, midhaan isaanii ijjumaa hin sibu. Sanyiin biyyee dansaa keessa buute, worra dubbii dhage'ee gadhaa qajeela'aa fi dansa'aan jabeessee qabatee, ciniinnatee ossiisaan midhaan buusu.
KITAABA WOYYICHA
The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia
Read more...