Jesus Heals Boy from Evil Spirit
JESUS·24 of 61Clip 24 of 61
Jesus Heals Boy from Evil Spirit
The crowds continue to gather. They wait on Jesus. Finally, Jesus comes down the hill with Peter, James and John. One man approaches Jesus and begs that Jesus would heal his son. The boy writhes on the ground. The man goes on to say that the boy is his only son. He asked the disciples to cast out the demon. But they couldn't. Jesus gently tells the man to bring his son closer. Two men carry the boy to Jesus. But he falls again into another fit. Jesus comes to stand over him. The boy looks up. And slowly, he gets up. Now, where there were cuts and bruises on his face, there are none.
QuestionsRelated Questions
Ask yoursBible Quotes
ShareGuyyaa itti aanu Yesuusii fi barattooti isaa sadiin yennaa gaara irraa gad bu'anu, gumiin guddoon Yesuusiin wol dhaggite. Gumii keessaa nami tokko qoonqoo guddo'oon, «Barsiisa'a! Akka ati ilma tokkocha kiyya naa laaltuuf, si kadhadha. Ayyaanni hamaan dedhuma itti ka'aa iyyisiisa, lafatti isa dhowee wixirachiisee, afaan isa hoomacheessa; miidhaa tureen duuba farra jaddu'uun gad lakkisa. Ani akka barattooti teeti baasanuuf kadhadhe; isaan ammoo hin dandeenne» jedhe. Yesuus deebisee, «Isin dhaloota dhugeeffannaa hin qannee fi jalliyyee kana! Haga yoomii isin woliin jiraadha? Haga yoomii isin ossadha? Me mucaa keeti as fidi» jedhe. Adoo mucaan gara Yesuusii dhufiisatti jiruu, ayyaanni hamaan lafatti isa dhowee wixirachiise. Yesuus ammoo ayyaana hamaa san xixee, mucaa fayyisee, abbaa isaatiif deebisee kenne. Kolbaan marti guddinna hunna Waaqaa baaseffatte. Kolbaan martinuu waan Yesuus hojjate maraa adoo maalalfattuu, inni barattoota ifiitiin,
KITAABA WOYYICHA
The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia
Read more...