JESUS·50 of 61

Jesus Carries His Cross

Jesus carries His own cross beam through the streets. The Roman guards beat back those in their path. Jesus continues to struggle under the weight of the beam. He collapses in the street, falling to His knees. A Roman guard looks over the crowd and sees a big man. He is forced to carry the beam while Jesus stumbles along. The crowds yell angrily. But some mourn. Jesus urges them to weep for themselves because there are harder times coming. The Romans push Jesus along after them, prodding Him forward when He stops or stumbles.

Ask yours

Bible Quotes

Share
Wongeela Luqaasii 23:26-32

Adoo Yesuus geessanuu, nama biyya Qareena'aa ka Simoon jedhamu tokko baadiyya'aa galuun qabanee, muka fanno'oo ba'atee Yesuus faana akka deemuuf irra keyane. Gumiin guddoon Yesuus hordotte; gumii san keessa dubartooti qoma dhowataa isaaf boottulle jirti. Yesuus ammoo gara isaanii garagalee, «Dubartii Yerusaalemii, ifii fi ijoollee teessaniif bowa'a malee, naaf hin bowina'a! Sababille guyyooti isaan, ‹Maseenni, gadaamessi ijjumaa hin deyinii fi harmi hin hoosisin ka badhaadhane› jedhanu hin dhufan. Yennaa san isaan gaarotaan, ‹Nu irratti jiga'a!› koobotalle'een, ‹Nu dhossa'a!› hin jedhan. Adoo muki bisile'eetuu yoo akkasi godhane, yennaa muki goge attam godhan ree?» jedhe. Namoota yakkaameyyii lamaan dhibiille, ijjeesiisaaf Yesuus woliin geessane.

KITAABA WOYYICHA

The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia

Read more...
Free Resources

Want to understand the Bible more deeply?

Join our Bible study
JesusFilm