JESUS·28 of 61

The Kingdom of God as a Mustard Seed

Jesus tells the people that the kingdom of God is like a grain of mustard seed. Farmers plant seeds in their field. From it, a tree grows. And when the tree is big enough, birds sit in its branches.

Ask yours

Bible Quotes

Share
Wongeela Luqaasii 13:18-19

Achiin duuba Yesuus «‹Mootummaan Waaqaa maan fakkaatti? Maaniin isii wol fakkeessina?› jedhee gaafate. Isiin akka sanyii sanaafici'ii ta nami tokko fuudhee fichaa ifii keessatti dhaabeen guddattee muka guddaa teetee, sinbirreen dhuttee dameelee isi'ii irratti mana ijaarrattuu fakkaatti» jedhe.

KITAABA WOYYICHA

The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia

Read more...
Free Resources

Want to understand the Bible more deeply?

Join our Bible study
JesusFilm