Widow's Offering
JESUS·38 of 61Clip 38 of 61
Widow's Offering
In the temple, Jesus watches a widow give all that she has. People in the crowd note how little she gives. They ask for her to give more. But Jesus proclaims to everyone that the widow gave more than everyone else. Everyone else who contributed gave out of the extra money they had. But the widow, even in her poverty, gave everything she owned.
QuestionsRelated Questions
Ask yoursBible Quotes
ShareGalma Waaqaa keessatti dureeyyiin subba kennansi itti kuufamu keessa, kennansa ifii buuttuun, Yesuus midhatee dhagge. Haati hiyyeessaa hiyyeettiin takkalle saantimii sibiila diima'aa didiqqoo lamaan keessa buuttuun dhagge. Inni, «Ani dhugumaan isinitti hima, haati hiyyeessaa hiyyeettiin tun isaan mara caalaa keessa buutte. Isaan martinuu qabeenna isaan geyee hafe irraa keessa buusane; isiin ammoo adoo hiyyeetti'iituu, kama ittiin bultu maraa keessa buutte» jedhe.
KITAABA WOYYICHA
The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia
Read more...