Women Disciples
JESUS·15 of 61Clip 15 of 61
Women Disciples
Jesus continues through the countryside. He's adamant in preaching the good news about the kingdom of God. The twelve disciples follow him. And some women follow as well. They serve the disciples, using their own resources to aid the ministry of Jesus.
QuestionsRelated Questions
Ask yoursBible Quotes
ShareKanaan duuba adoo hin turin, Yesuus Oduu Gammadaa ta mootummaa Waaqaa lassaa lallabaa qachootaa fi olloota keessa ideeme. Barattooti isaa kudhanii lamaanii, fi dubartooti gariin ta ayyaana hama'aa fi dhukkuba irraa fayyanelle isa woliin jiraniiyyu. Isaan san keessalle'ee Maariyaamii Magdalaa ta jedhantu, ta durriisoti torba keessaa baafame, Yo'anaa niitii Kuuzaa mana Heroodisii toowatuu, Susanaa fi dubartooti hedduun dhibiin ta karra ifiitiin Yesuusii fi barattoota isaa qarqaarane.
KITAABA WOYYICHA
The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia
Read more...