JESUS·41 of 61

Paying Taxes to Caesar

The Pharisees tell Jesus they know He teaches right things. They say Jesus doesn't pay attention to anyone's status. But that Jesus teaches the truth about God's will for all people. And then they ask about paying taxes. The Pharisee asks Jesus whether or not it's right that they pay taxes to Caesar. Jesus asks the Pharisees to show him a silver coin.

Ask yours

Bible Quotes

Share
Wongeela Luqaasii 20:21-26

Maarre dootuun, «Barsiisa'a, wonni ati dubbattuu fi barsiittu dhugaa akka teete nuuti hin beenna; nama adoo wol hin caalchisin karaa Waaqaa dhuga'aan hin barsiitta. Mootii worra Rooma'aatiif gibira gabbaruun seera moo seeraa moti?» jettee isa gaafatte. Yesuus ammoo maltummaa isaanii dhaggee, «Beesee ittiin bitaa gurgurattanu takka natti mudhisa'a; Fakki'ii fi barreeffama eennuutitti irra jira?» isaaniin jedhe. Jennaan, «Ka mooticha worra Rooma'aati» jedhane. Maarre Yesuus isaaniin, «Ka mootichaa mootichaaf, ka Waaqaa Waaqaaf kenna'a!» jedhe. Isaan kolbaa san duratti waan inni dubbatteen isa qaxafiisaaf hin dandeenne. Deebii isaa baaseffatanee cadhisane.

KITAABA WOYYICHA

The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia

Read more...
Free Resources

Want to understand the Bible more deeply?

Join our Bible study
JesusFilm