Jesus is Brought To Pilate
JESUS·47 of 61Clip 47 of 61
Jesus is Brought To Pilate
Roman guards open the gates and take Jesus. They march through the courtyard followed by the crowd. Pontius Pilate marches out. He's known as the most vicious Roman governor, responsible for the crucifixion of thousands. Pilate demands to know what they want. The Jewish crowd yells that Jesus is confusing their people and that Jesus upset the temple market. They demand a sentence from Pilate. Pilate asks Jesus if he is the King of the Jews. Jesus only replies, "So you say."
QuestionsRelated Questions
Ask yoursBible Quotes
ShareAchiin duuba worri kora murti'ii san keessa jiranu duudiin ol ka'anee, Yesuus Philaaxoos dura dhikeessane. Isaan, «Namichi kun kolbaa teenna jallisiisee, mootii worra Rooma'aatiif gibira gabbaruu dhooggee, ani Masiihii mooti'i ifiin jedhuun qanneerra» jedhaa isa himatiisatti ka'ane. Philaaxoos, «Mootiin Yihudootaa si'ii?» jedhee isa gaafate. Yesuus deebisee, «Maarre atuu jette» jedhe. Achiin duuba Philaaxoos sooreyyii hayyootaatii fi gumi'iin, «Ani nama kana irratti yakkaa tokkolle hin dhaggine» jedhe. Isaan ammoo, «Inni biyya Yihuda'aa mara keessatti, Galiila'aa jalqabee haga asiitittille barsiisaa kolbaa teenna raasiisatti jira» jedhanee itti jabeessane. Philaaxoos tana yennaa dhage'e, nama Galiila'aa te'uu isaa gaafate. Yesuus biyya Heroodis bulchu keessaa akka te'e yennaa hubate, gara Heroodisii isa erge; yennaa san Heroodis biyya Yerusaalemii keessa jira.
KITAABA WOYYICHA
The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia
Read more...