JESUS·7 of 61

Parable of the Pharisee and Tax Collector

Jesus teaches from a boat off the shore of Lake Gennesaret. He speaks in parables, giving the example of a Pharisee and tax collector going to the temple to pray. The two men approach prayer very differently. The Pharisee in the story stands by himself and lists his respectable attributes. He thanks God that he is not greedy, dishonest, or an adulterer like everyone else. He specifically points out the tax collector and thanks God for not being like him. The Pharisee boldly tells God what he does: He fasts two days a week and gives a tenth of his income. The tax collector stands at a distance from the altar. Head bowed, he beats on his chest. The only thing he prays is, "God, have pity on me, a sinner!"

Ask yours

Bible Quotes

Share
Wongeela Luqaasii 18:9-14

Yesuus namoota garii ka balchoolee ifi seyanee, worra kaan tuffatanutti, mammaakee: «Nami lamaan daadimatiisaaf gara Galma Waaqaa dhaqe: tokkochi Fariisaayicha, kuun namicha qaraxa guuru. Fariisaayichi qofuu dhaabbatee, ‹Waaqa, ani akka worra dhibi'ii: saantuu, jallaamessa, gaarayyeeffataa, yookiin keessattuu akka namicha qaraxa guuru kanaa, waan te'uu dhabeef si galateeffadha. Torbaan keessatti yennaa lamaan laama; waan dhaggadhu mara keessalle'ee kudhan keessaa tokko si'iif kenna› jedhee daadimate. Namichi qaraxa guuru sun ammoo, fagaatee dhaabbatee, gara ol-gubba'aalle adoo hin ilaalin, qoma dhodhowataa, ‹Waaqa, na cubbicha marari!› jedhe. Ani isinitti hima, Fariisaayicha saniin irra namichi qaraxa guuru kun Waaqa duratti balchoomee gara mana ifii deeme. Nami ifi guddisu hin diqqaata, nami ifi diqqeessu hin guddata» jedhe.

KITAABA WOYYICHA

The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia

Read more...
Free Resources

Want to understand the Bible more deeply?

Join our Bible study
JesusFilm