JESUS·25 of 61

The Lord's Prayer

The followers of Jesus clean up and take a break at a stream. Jesus stands nearby, praying. Andrew asks Jesus to teach them to pray.

Ask yours

Bible Quotes

Share
Kitaaba Fakkeennaa 30:8-9

Sobaa fi dhara dubbatiisa na irraa fageessi; sagalee guyyuma guyya'aan naa barbaachittu naaf kenni malee, durumma'aa fi hiyyummaalle naa hin kennin. Yoo akkas hin te'in, ani quufee si hin mormadha; ‹Mootiin Waan Maraa eennu inni?› si'iin hin jedha; yookiin hiyyoommadhee, hatee maqaa Waaqa kiyyaa, maqaa keeti hin salphisa.

KITAABA WOYYICHA

The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia

Read more...
Wongeela Luqaasii 11:1-4

Gaafa tokko Yesuus addee takkatti daadimatiisatti jiraayyu; yennaa inni daadimatee ka'e, barattoota isaa keessaa tokkochi isaan, «Gootta'a, Yohaannis barattoota ifii daadimatiisa akkuma barsiise, atille daadimatiisa nu barsiisi» jedhe. Yesuus isaaniin, «Yennaa daadimattanu tana jedha'a: «‹Abbaa keenna, [ka ol-gubbaa jirtu] Maqaan keeti woyyoomu; Mootummaan teeti dhuttu. [Fedhiin teeti akkuma ol-gubba'atti teete, lafa irralle'etti teetuu.] Sagalee nuu barbaachittu guyyuma guyya'aan nuu kenni. Akkuma nuuti worra nu yakkuuf araarannu, cubbuu teenna nuu araarami; [hantuu irraa nu eegi malee], ataabe'etti nu hin galchin!› jedha'a» jedhe.

KITAABA WOYYICHA

The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia

Read more...
Free Resources

Want to understand the Bible more deeply?

Join our Bible study
JesusFilm