Death of Jesus
JESUS·55 of 61Clip 55 of 61
Death of Jesus
Jesus continues to hang on the cross. Darkness comes over everything. The veil in the temple is torn right down the middle. Jesus breathes heavily. He prays and gives up His spirit willingly into the Father’s hand. And then He dies.
QuestionsRelated Questions
Ask yoursBible Quotes
ShareEe Mootii Waan Maraa, Waaqa addatama'a, ati na wodatteerta; anille lubbuu tiyya harka keetitti kennadha.
KITAABA WOYYICHA
The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia
Read more...Orraa gara saatii jaatitti aduun ifa waan dhaddeef, latti duudiin dukkanoottee, haga saatii sagalii turte. Gollaan Galma Waaqaalle addee lamatti tarsa'e. Yesuus qoonqoo guddo'oon, «Abbaa kiyya, ani ayyaana kiyya harka keetitti kennadha!» jedhe. Inni kana jedhee du'e. Ajajaan dhibbaa waan te'e kana yennaa dhagge, «Namichi kun dhugumaan nama balcha'a» jedhee Waaqa galateeffate.
KITAABA WOYYICHA
The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia
Read more...