Peter Declares Jesus to be the Christ
JESUS·22 of 61Clip 22 of 61
Peter Declares Jesus to be the Christ
Jesus asks who the crowds say He is. Peter speaks up immediately. He claims that some in the crowds say Jesus is John the Baptist. Others say He's Elijah. Others say that one of the prophets from centuries ago has come back to life. Jesus solemnly asks who Peter would say He is. Without hesitation, Peter says Jesus is God's Messiah. Jesus stares back at him.
QuestionsRelated Questions
Ask yoursBible Quotes
ShareGaafa tokko yennaa Yesuus qofii ifii daadimatiisatti jiru, barattooti isaa gara isaa dhufane. Inni, «Namooti eennu anaan jedhan?» jedhee isaan gaafate. Isaanille, «Gariin Yohaannisii cuupha'a si'iin jedhan; gariin Eliyaas si'iin jedhan; worri dhibiin raagota durii keessaa tokkochatti du'aa ka'eera si'iin jedhan» jedhanee deebisane. Yesuus, «Isin hoo eennu anaan jettan?» jedhee isaan gaafate. Pheexroos deebisee, «Ati Masiihii Waaqaa ti» jedheen. Achiin duuba Yesuus waan kana eennulle'etti akka hin hinne jabeessee isaan ajaje. Inni itti dabalee, «Ilmi namaa jaarsolee biyyaa, sooreyyii hayyootaatii fi barsiisota seeraatiin tuffatamee guddoo rakkata, hin ijjeefama, guyyaa sadiin duuba ammoo hin ka'a» jedhee isaanitti hime.
KITAABA WOYYICHA
The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia
Read more...