Jesus is Mocked and Questioned
Jesus is Mocked and Questioned
Jesus gets beaten by the temple guards. A man tells the guards to bring Jesus in to see the council. Annas and Caiaphas enter. The room is full of other Jewish men. They want to know if Jesus is the Messiah. Jesus only replies that if He tells them, the council won't believe Him. He says the Son of Man will be seated at the right hand of God. They ask if He is the Son of God. Jesus replies that they say He is. They don't know what to make of His answer. One of them stands and acts as a witness. Everyone heard His replies. The council decides to take Him to Pilate.
QuestionsRelated Questions
Ask yoursBible Quotes
ShareWorri Yesuus qabanee eegiisatti jiranu itti taphatanee dhaanane. Ila isaa hidhanee, «Eentu si dhowe? Raagi me!» jedhaa isa gaafatane. Waan hedduu jedhaa isa arrassane. Yennaa latti bariite maanguddooti kolba'aa, sooreyyiin hayyootaatii fi barsiisoti Seera Muuse'ee wolitti qabamanee, Yesuus kora murti'ii duratti dhikeessane. Isaan, «Masiihiin si'ii? Nutti himi!» jedhane. Inni ammoo, «Yoo ani isinitti hime, hin dhugeeffattanu; yoo ani isin gaafadhelle naaf hin deebittanu. Ammoo Ilmi Namaa ammaa jalqabee, midda Waaqa waan mara dande'uutitti hin tee'a» jedheen. Isaan martinuu, «Ati Ilma Waaqaatii ree?» jedhane. Inni deebisee, «Te'uu kiyya isinuu jettane» jedhe. Jennaan isaan, «Nuutuu afaan isaa irraa dhageennee, dhugaa dhibii maaf barbaanna?» jedhane.
KITAABA WOYYICHA
The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia
Read more...