35 of 61JESUS · 61 chapters

Jesus's Triumphal Entry

Jesus starts on the road to Jerusalem. Just outside Jerusalem, there are crowds with palm branches and a donkey. He climbs onto the donkey and makes His way toward Jerusalem. The crowds yell and cheer. The people lay blankets and palm leaves down as a path for Jesus. Some Pharisees in the crowd block the path. They tell Jesus to quiet His disciples. But Jesus laughs. He tells them that if the crowds were quiet, the stones themselves would cry out.

Ask yours

Bible Quotes

Share
Wongeela Luqaasii 19:35-40

Achiin duuba isaan harree san gara Yesuusii fidanee, woyaa ifii irra buusanee Yesuus irra teessisane. Adoo Yesuus yaabbatee ideemuu, kolbaan woyaa ifii kara'atti atte. Yennaa inni karaa gaara ejersaa irraa gad buusutti dhikaate, gumiin barattoota isaa duudiin, hujii bilbaasaa dhaggite maraaf gammaddee, qoonqoo guddo'oon, «Mootiin maqaa Gootta'aatiin dhufu ka eebbifame! Ol-gubba'atti nageenni, olii ol-gubba'aatille ulfinni te'u!» jedhaa Waaqa galateeffatte. Gumii san keessaa Fariisaayoti gariin, «Barsiisa'a, barattooti teeti akka cadhisanuuf xixi!» Yesuusiin jedhane. Yesuus ammoo deebisee, «Ani isinitti hima, yoo isaan cadhisane, dhakooti hin iyyan» jedhe.

KITAABA WOYYICHA

The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia

Read more...
Free Resources

Want to understand the Bible more deeply?

Join our Bible study
JesusFilm